A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

最新版本

版本
更新
2025年7月4日
开发者
Google Play ID
安装次数
100,000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Orooroo 词典!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha。
.
Haa ta'u malee faraja/翻译 isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha。 Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna。
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa。 Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti。
.
富人/未来
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama 应用程序 Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna。 Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu。
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna。


Orooroo 词典。
阅读更多内容

广告