A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

Versi Terbaru

Versi
Memperbarui
4 Jul 2025
Developer
Kategori
Google Play ID
Instal
100.000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Kamus Orooroo!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/terjemahan isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Masa Depan/Masa Depan
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


Kamus Orooroo.
Baca selengkapnya

Iklan