A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

Последняя версия

Версия
Обновить
4 июл. 2025 г.
Разработчик
Google Play ID
Количество установок
100 000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Словарь орору!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Фулдури/Будущее
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Та'уус гаруу кун ханга сафара гуддина уумматичаа фи кукичаан гахаадха дженни хин яанну.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaaseenuu barbaanna.


Словарь орору.
Подробнее…

Реклама

Реклама