A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

Ostatnia Wersja

Wersja
Aktualizuj
4 lip 2025
Deweloper
Google Play ID
Instalacje
100 000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Słownik oroooo!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja / tłumaczenie isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree/Przyszłość
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama aplikacja Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seekuu barbaanna.


Słownik oroooo.
Więcej informacji

Reklama