A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

Aktuelle Version

Version
Aktualisieren
04.07.2025
Entwickler
Google Play ID
Installationen
100.000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

Oroooo-Wörterbuch!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/Übersetzung isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf, qunnamtii ummataa cimsuuf, saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Erfüllung/Zukunft
Ammaaf Hojiin Hojjenne Kun Gama App Android Dikshinarii Afaan Oromootiin Gumaacha Guddaa Godheera Jennee Yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


Orooroo-Wörterbuch.
Weitere Informationen

Werbung