English Afaan Oromo Dictionary APP
Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechuta kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
هاء تاو مالي فراجا / ترجمة عيسى دعاء وقباطه جشوني نيوتي فييادامن كوما ديبا سعدي أوليها. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee Yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf، qunnamtii ummataa cimsuuf، saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti.
.
Fuulduree / المستقبل
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama التطبيق Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee qulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa sawu barbaanna.
قاموس أورورو.