A fully offline English Afaan Oromoo Dictionary with 70k words.

最終のバージョン

バージョン
アップデート
2025/07/04
開発元
カテゴリー
Google Play ID
インストール
100,000+

App APKs

English Afaan Oromo Dictionary APP

おろおろ辞書!

Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha.
.
Haa ta'u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaanna.
.
Galmeen jechootaa kun namoota Afaan Oromoo barachuu barbaadanif gumaacha guddaa ni taasisa. Akkasumas barnoota babalisuuf、qunnamtii ummataa cimsuuf、saayinsiii fi teeknooloojii tamsaasuufis gaheen inni qabu salphaa miti。
.
フルデュリー/フューチャー
Ammaaf hojiin hojjenne kun gama app Android Dikshinarii Afaan Oromootiin gumaacha guddaa godheera jennee yaanna. Ta'uus garuu kun hanga safara guddina uummatichaa fi qooqichaan gahaadha jennee hin yaannu.
Kanaafuu ammas itti fufuun hojii kana qabiyyee isaanis ta'ee kulqullina isaan babaldhisnee akka hojjennu ofiif waadaa seenuu barbaanna.


オロロ辞書。
もっと見る

広告

広告