Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 icon

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

8.0

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

Tên Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Phiên bản 8.0
Cập nhật 26 th 10, 2023
Kích thước 109 MB
Thể loại Nhạc và Âm thanh
Lượt cài đặt 100N+
Nhà phát triển K Technologies
Android OS Android 4.4+
Google Play ID com.raayyaa1_20.myapp
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Ảnh chụp màn hình

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Mô tả

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana tải về gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Ngoại tuyến) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Giáo sĩ Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (cũ) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 của keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (Mới) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 của keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 của keessatti kan qabateedha.

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 8.0 · Tải miễn phí

4,5/5 (998+ Đánh giá)

Phiên bản cũ

Tất cả các phiên bản