Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 icon

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

8.0

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

Naam Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Versie 8.0
Update 26 okt. 2023
Grootte 109 MB
Categorie Muziek en audio
Installaties 100K+
Ontwikkelaar K Technologies
Android OS Android 4.4+
Google Play ID com.raayyaa1_20.myapp
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Schermafbeeldingen

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Beschrijving

Manzuumaa/Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 of keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 of keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 of keessatti kan qabateedha.

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 8.0 · Gratis Downloaden

4,5/5 (998+ Recensies)

Oude versies

Alle versies