Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 icon

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

8.0

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

Nombre Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Versión 8.0
Actualizar 26 de 10 de 2023
Tamaño 109 MB
Categoría Música y audio
Descargas 100mil+
Desarrollador K Technologies
Android OS Android 4.4+
Google Play ID com.raayyaa1_20.myapp
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Capturas de pantalla

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Descripción

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana descargar gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (sin conexión) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabino Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli wasallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (antiguo) jalatti ramadne kuni vol. 1 hanga 20 de keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (nuevo) jalatti ramadne kuni immoo vol. 21 hanga 33 de keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 de keessatti kan qabateedha.

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 8.0 · Descarga Gratis

4,5/5 (998+ Opiniones)

Versiones anteriores

Todas las versiones