Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 icon

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

8.0

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

Name Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
Version 8.0
Aktualisieren 26. Okt. 2023
Größe 109 MB
Kategorie Musik & Audio
Installationen 100Tsd.+
Entwickler K Technologies
Android OS Android 4.4+
Google Play ID com.raayyaa1_20.myapp
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Screenshots

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · Beschreibung

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana herunterladen gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ AhmadNuuril Hudaa
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ Rabbi Sa'alNaaka
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ Keyru Kalqillaahi
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ Salli warallim Alaa Nabiyyi
♪ innal Hamdalillaahi
♪ Filatamaa Taanee
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ Manba'i Rahmatii
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (alt) jalatti ramadne kuni Vol. 1 hanga 20 von keessatti kan qabateedha. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (neu) jalatti ramadne kuni immoo Vol. 21 hanga 33 von keessatti kan qabateedha.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. 1 hanga 6 von keessatti kan qabateedha.

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 8.0 · Kostenloser Download

4,5/5 (998+ Bewertungen)

Alte versionen

Alle Versionen