Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 icon

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20

8.0

Nashiidaalee Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa 1-20

이름 Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20
버전 8.0
업데이트 2023년 10월 26일
크기 109 MB
카테고리 음악/오디오
설치 수 100K+
개발자 K Technologies
Android OS Android 4.4+
Google Play ID com.raayyaa1_20.myapp
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · 스크린샷

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 · 설명

Manzuumaa / Nashiidaa Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa qulqullina ol'aanaa qaban moosaajii kana keessaa argachuun ni danda'ama. Kan nama gammachiisu eega yeroo tokko Appii kana download gootanii, dhaggeeffachuuf qunnamtii interniitaa hin barbaadu (Offline) irratti guutuu isaa dhageeffachuun ni danda'ama.

Mata duree Nashiidaawwan moosaajii kana keessatti qophaa'nii.

♪ Arjooma Keetiinii
♪ Haqiiqaa Islaamaa
♪ 아마드 누릴 후다
♪ Maqaan Kee ol taanaanii
♪ Nu Badhaafte Diinii
♪ 랍비 살 나카
♪ Laa Shariika Lahuu
♪ 키루 칼 킬라 히
♪ Nutti Araarami Yaa Mootii
♪ 살리와 살림 알라 나비이
내면의 Hamdalillaahi ♪
♪ 필라 타마 타네
♪ Ashrafal Mursaliinaa
♪ 만 바이 라마 티
♪ Saahibil Aayaatii
♪ Astagfurullaahil Aziim

Nashiidaa Ustaaz Raayyaa walitti qabuufi bifa kanaan qopheessuf ji'a jahaa ol nu fudhateera. Alhamdulillaah dhuma irratti milkaa'ee ummataan gahuu dandeenyee jirra. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa bakka 3tti qoodnee dhiheessine.

1. Nashiidaa ture (old) jalatti ramadne kuni Vol. keessatti kan qabateedha의 한가 20. Garuu ammaaf hanqina muraasa ni qabaa fedha Rabbiitin gara fuul-duratti itti guunna.
2. Nashiidaa haaraya (New) jalatti ramadne kuni immoo Vol. keessatti kan qabateedha의 21 hanga 33.
3. Nashiidaa Ustaaz Raayyaa kan Afaan Amaariffaa Vol. keessatti kan qabateedha의 1 hanga 6.

Raayyaa Abbaa Maccaa Vol. 1-20 8.0 · 무료 다운로드

4.5/5 (998+ 리뷰)

지난 버전

모든 버전