Wielofunkcyjny i łatwy w obsłudze aplikacja Afan oromski Biblia dla urządzenia z systemem Android
advertisement
Nazwa | Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu |
---|---|
Wersja | 1.0.2 |
Aktualizuj | 04 lis 2019 |
Rozmiar | 11 MB |
Kategoria | Książki i materiały źródłowe |
Instalacje | 50tys.+ |
Deweloper | Robsan Mako |
Android OS | Android 4.0.3+ |
Google Play ID | com.robba.muleta.macaafaqulqulluu |
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu · Opis
Prawie 120 lat po przetłumaczeniu Biblii na Afan Oromo przez Onesmusa Nesiba i pierwszej drukowanej Biblii Afaan Oromoo na papierze, sposób, w jaki ludzie czytają Pismo Święte zmienił się radykalnie. Obecnie prawie wszyscy używają urządzeń mobilnych do czytania Biblii. Biorąc pod uwagę ten fakt, oferujemy tę modną aplikację biblijną na urządzenie z Androidem. Zainstaluj na swoim urządzeniu z Androidem i zabierz go ze sobą, gdziekolwiek jesteś i ciesz się Biblią!
Niech cię Bóg błogosławi!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (wiek cyfrowy) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (urządzenie mobilne) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (ZWIĄZEK OROMO KOŚCIOŁY EWANGELICZNE W EUROPIE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kanarayua udubbistofota ja nutain.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeela
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!