Multi-fonctionnel et facile à utiliser l'application Bible Afan Oromo pour votre appareil Android
advertisement
Nom | Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu |
---|---|
Version | 1.0.2 |
Mise à jour | 04 nov. 2019 |
Taille | 11 MB |
Catégories | Livres et références |
Installations | 50k+ |
Développeur | Robsan Mako |
Android OS | Android 4.0.3+ |
Google Play ID | com.robba.muleta.macaafaqulqulluu |
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu · Description
Près de 120 ans après la traduction de la Bible en Afan Oromo par Onesmus Nesib et la première Bible Afaan Oromoo imprimée sur papier, la façon dont les gens lisent la Sainte Bible a radicalement changé. De nos jours, presque tout le monde utilise des appareils mobiles pour lire la Bible. Tenant compte de ce fait, nous proposons cette application biblique à la mode pour votre appareil Android. Installez-le sur votre appareil Android et emportez-le partout où vous allez et profitez de votre bible !
Dieu te bénisse!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni sharpya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (ère numérique) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (appareil mobile) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION DES ÉGLISES ÉVANGÉLIQUES OROMO D'EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu' nutti dhama.
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee :
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo est dans haa Eebbisu !