aplikasi fungsional dan multi user ramah Afan Oromo Alkitab untuk perangkat Android Anda
advertisement
Nama | Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu |
---|---|
Versi | 1.0.2 |
Memperbarui | Nov 04, 2019 |
Ukuran | 11 MB |
Kategori | Buku & Referensi |
Instal | 50K+ |
Developer | Robsan Mako |
Android OS | Android 4.0.3+ |
Google Play ID | com.robba.muleta.macaafaqulqulluu |
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu · Deskripsi
Hampir 120 tahun setelah terjemahan Alkitab ke dalam Afan Oromo oleh Onesmus Nesib dan Alkitab Afaan Oromoo pertama kali dicetak di atas kertas, cara orang membaca Kitab Suci berubah secara radikal. Saat ini, hampir semua orang menggunakan perangkat seluler untuk membaca Alkitab. Mempertimbangkan fakta ini, kami menawarkan aplikasi Alkitab yang trendi ini untuk perangkat android Anda. Instal di perangkat android Anda dan bawa ke mana pun Anda pergi dan nikmati Alkitab Anda!
Tuhan memberkati Anda!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Zaman Digital) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Perangkat Seluler) tti fayyadamu.
'adaga hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EROPA, UOECE)
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi k.k.f
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo isin haa Eebbisu!