app multi funzionale e facile da usare Afan Oromo Bibbia per il vostro dispositivo Android
advertisement
Nome | Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu |
---|---|
Versione | 1.0.2 |
Aggiornare | 04 nov 2019 |
Dimensioni | 11 MB |
Categoria | Libri e consultazione |
Installazioni | 50Mille+ |
Sviluppatore | Robsan Mako |
Android OS | Android 4.0.3+ |
Google Play ID | com.robba.muleta.macaafaqulqulluu |
Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu · Descrizione
Quasi 120 anni dopo la traduzione della Bibbia in Afan Oromo da parte di Onesmus Nesib e la prima Bibbia Afaan Oromoo stampata su carta, il modo in cui le persone leggono la Sacra Bibbia è cambiato radicalmente. Al giorno d'oggi, quasi tutti usano dispositivi mobili per leggere la Bibbia. Tenendo conto di questo fatto, offriamo questa app biblica alla moda per il tuo dispositivo Android. Installa sul tuo dispositivo Android e portalo con te ovunque tu vada e goditi la tua Bibbia!
Dio vi benedica!
Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni acuteya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.
Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo mobile) tti fayyadamu.
Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNIONE OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga
Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:
- Luqqisii Guyyaa
- Radio Warra Wangeelaa
- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo
- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u
- Baafata Luqqisii fi kkf
Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.
Waaqayyo è in haa Eebbisu!