Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa icon

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa

1.5

Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e

Tên Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
Phiên bản 1.5
Cập nhật 31 th 12, 2023
Kích thước 28 MB
Thể loại Sách và Tài liệu tham khảo
Lượt cài đặt 10N+
Nhà phát triển BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.saayinsiinaannookutaa5ffaa
Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Ảnh chụp màn hình

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Mô tả

App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Argama Itiyoophiyaa
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Nếu bạn có bất cứ ý kiến ​​đóng góp nào, hãy cho tôi biết.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Cảm ơn bạn!

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa 1.5 · Tải miễn phí

N/A/5 (0+ Đánh giá)

Phiên bản cũ

Tất cả các phiên bản