Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa icon

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa

1.5

Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e

Nom Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
Version 1.5
Mise à jour 31 déc. 2023
Taille 28 MB
Catégories Livres et références
Installations 10k+
Développeur BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.saayinsiinaannookutaa5ffaa
Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Captures d’écran

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Description

App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qopha'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan gurguddoon app kun itti hiraames
Argama Itiyoophiyaa
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa !
Si vous avez des suggestions, s'il vous plaît faites-le moi savoir.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Merci!

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa 1.5 · Télécharger Gratuitement

N/A/5 (0+ Avis)

Anciennes versions

Toutes les Versions