Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa icon

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa

1.5

Kitaaba Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa haala salphaan kan qophaa'e

Nama Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa
Versi 1.5
Memperbarui Des 31, 2023
Ukuran 28 MB
Kategori Buku & Referensi
Instal 10K+
Developer BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.saayinsiinaannookutaa5ffaa
Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Jepretan Layar

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa · Deskripsi

App'n kun Saayinsii naannoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Aplikasi Boqonnaawwaan gurguddoon kun itti hiraames
Argama Itiyoophiyaa
Saayinsii ifa taasisuu
Qabeenya uumamaa Itiyoophiyaa
Naannoo hawaasummaa Itiyoophiyaa
Dhimmoota xiyeeffannoo addaa barbaadan
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Jika Anda memiliki saran, beri tahu saya.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Terima kasih!

Saayinsii Naannoo Kutaa 5ffaa 1.5 · Unduh Gratis

N/A/5 (0+ Ulasan)

Versi lama

Semua versi