Barruu Faarfannaa icon

Barruu Faarfannaa

1.6

App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo

Nome Barruu Faarfannaa
Versão 1.6
Atualizar 19 de 12 de 2023
Tamanho 14 MB
Categoria Livros e referências
Instalações 5mil+
Desenvolvedor BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.barruufaarfannaa
Barruu Faarfannaa · Capturas de tela

Barruu Faarfannaa · Descrição

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda'aan kan isan taasisu gochuun kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haara
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa sharpya.

Barruu Faarfannaa 1.6 · Baixar Grátis

N/A/5 (0+ Resenhas)

Versões antigas

Todas versões