Barruu Faarfannaa icon

Barruu Faarfannaa

1.6

App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo

Nombre Barruu Faarfannaa
Versión 1.6
Actualizar 19 de 12 de 2023
Tamaño 14 MB
Categoría Libros y obras de consulta
Descargas 5mil+
Desarrollador BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.barruufaarfannaa
Barruu Faarfannaa · Capturas de pantalla

Barruu Faarfannaa · Descripción

Aplicación kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda'aasi su kan gochuun isan kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, también conocido como armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haara
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa crispa.

Barruu Faarfannaa 1.6 · Descarga Gratis

N/A/5 (0+ Opiniones)

Versiones anteriores

Todas las versiones