Barruu Faarfannaa icon

Barruu Faarfannaa

1.6

App'n kun faarfannaa afaan oromoo ortodooksii tawaahidoopo

Naam Barruu Faarfannaa
Versie 1.6
Update 19 dec. 2023
Grootte 14 MB
Categorie Boeken en referentie
Installaties 5K+
Ontwikkelaar BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.barruufaarfannaa
Barruu Faarfannaa · Schermafbeeldingen

Barruu Faarfannaa · Beschrijving

App kana keessatti faarfannaan ortodooksii tawaahidoo ta'aan 350 ol kan keessatti bakka tokkootti walitti qabamee waan ta'eef namootni haala salphaa ta'een badiyaas ta'ee magallaa bakka internet jiruus ta'ee hin jireetti akka itti fayyadamuu danda'aan kan isan taasisu gochuun kan qindaa'edha. Kanaaf namni bilbilaa isaa irratti fe'achuun yeroof bakkaan osoo hin dangeeffamin itti fayyadamuu ni danda'aa kuni immoo garee gurguddaa 15 jalaatti qoodun faarsaa kana kan qoophessinnee.
Garreewwan gurguddoon kunis, akka armaan gadiitti caaqasamu
Faaruu Ayyaanna Cuuphaa
Faaruu Dhaloota Gooftaa
Faaruu Ayyaanna Fannoo
Faaruu Bara Haaraa
Faaruu Ayyaanna Hoosa'innaa
Faaruu Dubroo Maariyaam
Faaruu Du'aa Ka'umsaa
Faaruu Qulqullootaa
Faaruu Yeroo Cidhaa
Faaruu Sagantaa Banis-cufaa
Faaruu Wal jalaa Qabiinsaa
Faaruu Ergamootaa Qulqulluu
Faaruu Qalbii Jijjiirannaa
Faaruu Mana Kiristannaa
Faaruu Yeroo Hundaa
Kanaaf itti fayyadamaan dhamsaa keenya.

Barruu Faarfannaa 1.6 · Gratis Downloaden

N/A/5 (0+ Recensies)

Oude versies

Alle versies