Kitaabni kun kitaaba Gadaa Afaan Oromoo Kutaa 6ffaati
advertisement
名前 | Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa |
---|---|
バージョン | 1.3 |
アップデート | 2024年01月11日 |
サイズ | 32 MB |
カテゴリー | 書籍&参考書 |
インストール | 10千+ |
開発元 | BeckyTech Co. Ltd |
Android OS | Android 5.0+ |
Google Play ID | com.beckytech.kitaabagadaakutaa6ffaa |
Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa · 説明
Sirni Gadaa sirna dimokiraasii walqixxummaa dhalootaan saba Oromoo Baha Afrikaa biratti beekamudha. Yaa'iin Waliigalaa Gadaa muka Gadaa jalatti raawwatama - innis bakka bu'iinsa mallattoo marii fi waliigalteedha. Nuttis kannummaaf kitaaba sirna Gadaa barsiisuu kan kutaa 6ffaa barattootnis ta'ee barsiisaan namni kam iyyuu bakka jiruutti akka inni irraa barachuu danda'uu taasisuuf jechaa app kan qoophessuu dandeenye jira. Isiin itti fayyadamuun app barumsaa waa'ee gadaa beekumsa qabbaadhaan dhamsaa keenya. Galataa argaadha!