Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa icon

Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa

1.3

Kitaabni kun kitaaba Gadaa Afaan Oromoo Kutaa 6ffaati

Name Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa
Version 1.3
Aktualisieren 11. Jan. 2024
Größe 32 MB
Kategorie Bücher & Nachschlagewerke
Installationen 10Tsd.+
Entwickler BeckyTech Co. Ltd
Android OS Android 5.0+
Google Play ID com.beckytech.kitaabagadaakutaa6ffaa
Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa · Screenshots

Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa · Beschreibung

Sirni Gadaa sirna dimokiraasii walqixxummaa dhalootaan saba Oromoo Baha Afrikaa biratti beekamudha. Yaa'iin Waliigalaa Gadaa muka Gadaa jalatti raawwatama - innis bakka bu'iinsa mallattoo marii fi waliigalteedha. Nuttis kannummaaf kitaaba sirna Gadaa barsiisuu kan kutaa 6ffaa barattootnis ta'ee barsiisaan namni kam iyyuu bakka jiruutti akka inni irraa barachuu danda'uu taasisuuf jechaa app kan qoophessuu dadeenye jira. Isiin itti fayyadamuun app barumsaa waa'ee gadaa beekumsa qabbaadhaan dhamsaa keenya. Galataa argaadha!

Kitaaba Gadaa Kutaa 6ffaa 1.3 · Kostenloser Download

N/A/5 (0+ Bewertungen)

Alte versionen

Alle Versionen