Praktek Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Afan Oromo Menulis dengan kata-kata Oromo
advertisement
Nama | Afaan Oromoo Writing Practice |
---|---|
Versi | 3.81 |
Memperbarui | Agt 14, 2024 |
Ukuran | 21 MB |
Kategori | Pendidikan |
Instal | 50K+ |
Developer | OromNet Software and Application Development |
Android OS | Android 5.0+ |
Google Play ID | com.OromNet.Afaan_Oromoo.Barumsa |
Afaan Oromoo Writing Practice · Deskripsi
Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti.
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti. Applikeeshiniin waluumagalatti kuni, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna.
Appi Kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii Godha, shaakalaa, fagoo mittii. Yaada, deeggarsaa fi hirmaannaa keessaniif dursinee isin galateeffanna!
Appi kana Ilaalaa, instal Godha. Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
Silakan menilai aplikasi kami di toko Google Play.
Terima kasih telah mengunduh,
OROMNET Software dan Pengembangan Aplikasi, Nekemte, Ethiopia